Haa ta’u malee, dhimmoota biyya keessaa kaanin kan ko’oome Dargiin hammana carraaqqii sanaan itti hin fufne. Mootummaan Dargii bu’ee yeroo Mootummaa Ce’umsaas gaaffiin kuni hin dagatamne.
Qondaalli mootummaa aanichaa BBC'n dhimma kanarratti gaafate lakkoofsi namoota ajjeefamanii hammana hin gahu jedhu. Eenyummaa namoota ajjeeffamanis ta'e baayyina isaanii BBC'n qaama walabarraa hin ...